📺NHTV📺

Written on 05/21/2018
Nuural Hudaa

Kabajamtoota Hordoftoota Keenya. 
Sa'aan Tamsaasa Kallattii TV NuuralHudaa baatii Ramadaanaa keeysa ni jijjiirama. in shaa ALLAAH salaata Taraawiihaa booda, sa'aa 4:30 (10:30PM) irraa eegallee isinii dhiheeysina.  karaa facebook keenyaatiin nu hordofaa. 
Tamsaasa TV NuuralHudaa kallattiin argatuuf peejii keenya LIKE godhaa.  https://m.facebook.com/RNuurAlHudaa/

NuuralHudaa
Soora Qalbii Muslimaa
www,nuuralhudaa.com


2