Yaada
awwol mamad
on 01/24/2019 at 08:52 am
yadakoo imoo kesan hin arganee asumarati baresinuu
awwol mamad
on 01/24/2019 at 08:50 am
assalamalekum worahamatullahi wobarakatuu
Mannu Sultan
on 07/18/2018 at 11:32 pm
As Wr wb
Mannu Sultan
on 07/18/2018 at 12:50 am
As Wr wb akkam naguma jirtuu maasha allaah maasha allaah rabbi sinirraa hajaallatu jajabaadha qophiin keeysan hedduu namatti tola akkasumaan ittii fufaa
kabir
on 06/29/2018 at 08:35 pm
dhiifama walalni Bates
kabir
on 06/29/2018 at 08:33 pm
ahmed
kabir
on 06/29/2018 at 08:32 pm
Asteroid
zeynaba
on 06/14/2018 at 07:02 pm
as wr wb masha aallah tabarakala q.R.D.h.isinis baguma itin getan hundaa muslima adunyaa gutuu bagaa gesan edii mubarak
firee
on 06/14/2018 at 06:32 pm
AS WR WB Baga Raabii Muslimoota hundan gahe Akkasuma gazexesitoota RNH Hundan isini Galatochuu barbada
firee
on 06/14/2018 at 06:28 pm
firee
Muhee Awwaluu
on 06/14/2018 at 04:31 pm
Yaada baga isiniin gahe Maqaan koo Muhee Awwaluu Godina Addaa Oromiyaa Kamise Aanaa jillee dhumugaa ganda godaa callee duraan dursee isinuma qophessitoota mural huda ammallee ummata Muslimaa mara akkasuma maatii kiyya baga ittiin isin gahe QATAR DOHA irraa
jawaroo
on 06/14/2018 at 09:05 am
boqojjii
📄BEEKSISA📄
Written on 06/14/2018
Nuural Hudaa
Fedhii Rabbiitiin Guyyaa Har’aa dhaamsa dhaggeeyfattootaa keeysummeeysina.
dhaggeeyfattoonni keenya kan dhaamsa baga ittiin isin gahee firaafii Ahlii keessaniif erguu barbaaddan, dhaamsa gabaabduu daqiiqaa tokko hin caalle whatsapp irratti waraabaa nuuf ergaa. In shaa ALLAH sagantaa Raadiyoo Nuuralhudaa irratti isiniif dhiheeysina.
Guyyaafi Sa’aan dhaamsi itti ergamu,
Ramadaana 29, 1439 Hijr
June 14, 2018 Miilaad
Waxabajjii 7, 2009 Ethio.
Kamiisa Har’aa akka Sa’aa biyya keenyaatti Salaata Zuhrii Booda, Sa’aa 9:00 – 9:30 (3:00 PM – 3:30 PM)
Dhaamsi nama tokkoo daqiiqaa 1 caaluu hin qabu.
Lakkoofsi dhaamsi irratti ergamu +1 816 739 8986
NuuralHudaa
Soora Qalbii Muslimaa
www.nuuralhudaa.com