Nuuralhudaa

Mana Jireenyaa Miseensa Poolisii naannoo Amaaraa tokko keessatti Shugguxiin 498 qabame

01/01/2019

Poolisiin Naannoo Amaaraa magaalaa Bahirdaritti sakatta’iinsa mana jireenyaa Poolisa Komaandar Wubatuu Shifarraawu jedhamuu irratti godheen, Shugguxiin 498 too’annaa jala ooluu gabaafame. Komaandarichis kan qabame tahu odeeyfannoo ni addeessa.