Nuuralhudaa

Hoggantooni Majliisa Federaalaa gara hoggantoota Majliisa naannoleetti nama eergun shira xaxxaa jiraatu gabaafame

٠٤/٠٥/٢٠١٩

1

Guyyaa kaleessaa April 4/2019 namoonni 7 aangawoota Majliisa ol aanaa irraa gara majliisa naannoo Somaalee kan ergaman yoo tahu, hoggantoota Majliisa naannichaa waliin wal arguun waliin hojjatuu fi wal gahii geggeessuuf kan gaafatan yoo ta’u, majliisni naannoo Somaalee diduun kan ofirraa ari’e tahuu odeeyfannoon nu gahe ni addeessa.

Majliisni naannoo Somaalee kanaan duras ifatti adeemsa Majliisa Federaalaa mormaa turuun ni beekama.