12/06/2019

Bulchaan Godina Naayiroobii Maayik Soonkoo malaamaltummaan shakkaamee hidhame

Daayirektarri Abbaa Alangaa Keeniyaa Nuuraddiin Hajjii Jum’aa har’aa ibsa kenneen, Bulchaa Godina Naayiroobii dabalatee qondaaltonni mootummaa 15 to’annaa jala akka oolan kan ajaje yoo tahu, kanuma hordofuun Bulchaan Godina Naayiroobii Maayik Soonkoo gara Mombaasaa imalaa osoo jiru, humnoota tika mo

12/03/2019

Balaa Ibiddaa Suudaanitti muudateen lubbuun nama 15 ol dabruu gabaafame

Ogeeyyonni fayyaa biyyattii akka himanitti, balaan ibiddaa kun dhoohinsa warshaa seeraamiikii magaalaa Kaartuum keessatti argamu tokko irratti mudateen kan ka’e yoo tahu, yoo xiqqaate namonni 15 akka du’ani fi 100 ol ammoo kan madaa’an tahuu ibsame. Waldaan ogeeyyota Fayyaa Suudaan lakkoofsi namoota

12/02/2019

Mariin dhimma hidha laga Abbaay Kaayiroo keessatti geggeeffamaa jira

Ministeeronni Bishaan Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee Kaayiroo keessatti kan mari’ataa jiran yoo tahu, Ameerikaa fi Baankiin Addunyaa ammoo taajjibbiidhaan marii kana irratti kan hirmaataa jiran tahuun beekamee jira. Mariin kun dhimmoota biyyoonni sadeen Sadaasa 5

11/22/2019

Jilli Garee Dipilomaasii Hawaasa Suudaan Ityoophiya daaw’ataa jira

Jilli garee dipilomaasii hawaasa Sudaan daawa’annaa guyyaa sadi’itiif Ityoophiyaa seene kun miseensota 50 kan qabu yoo tahu, hoggantuu mana maree dhimmoota hawaasummaa mootummaa Sudaan Miss Salwaa Muhaammad Mahjiibiia. Kaayyoon daaw’anna jila kanaa ammoo hariiroo ummata biyoota lamaanii cimsuu irrat

11/08/2019

Soreessa Adduunyaa Jarraa 14ffaa

Yeroo ammaa kanatti Sooreyyii irraa yoo dubbatamu wanti sammuu keenya keessa dhufu, dureeyyii Addunyaa akka Bernard Arnault, Bil geet, Warren Bufet, Mark Zukembergii fi kkf dha. Haata’u malee durreessa Addunyaa ardii Afrikaa Mootii Maalii kan jarraa 14ffaa keessa jiraate, qabeenyi isaa dachaa Dureey

11/08/2019

Dr. Warqinah Gabayyoo Barreessaa Olaanaa IGAD ta’uun muudame

Dr. Warqinah Gabayyoo Barreessaa Olaanaa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) ta’uun muudame. Dr. Warqinahn baatii torba dura aangoo Ministeera haajaa alaa Ityoophiyaa gadi lakkisuun Sadarkaa Itti aanaa barreessaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti, hogganaa Waajjira Naayroobii tahee muudamuun

11/07/2019

Itiyoophiyaa, Suudaaniifi Masr dhimma laga Abbaay irratti mari’atan.

Hidha laga Abbaay ilaalchisee mariin kanaan dura biyyoonni sadeen geggeessaa turan fashalaayuu isaa hordofuun, mootummaan Ameerikaa biyyoota sadeen jiddutti jaarsummaa akka taa’u yaada Masri dhiheessite Ityoophiyaan jalqaba diduun isii ni yaadatama. Haa ta’u malee duula dipilomaasii cimaa Masri gegg

10/14/2019

Muummichi ministeeraa Dr.Abiy Ahmad Suudaan Kibbaa seene

Jilli Gamtaa Biyyoota Baha Afrikaa muummicha ministeeraa Dr.Abiy Ahmadiin durfamu ganama har’aa magaalaa Jubaa kan seene yoo tahu, Prezdaant Salvaakiir Mayaard dabalatee qondaaltonni mootummaa Suudaan Kibbaa kanneen biroo heddu simannaa godhaniifi jiru.Jilli Dr Abiy Ahmadiin durfamu kun mootummaa S

10/03/2019

Ameerikaan imbaasii Somaaliyaa keessatti banatte

Lola hamaa bara 1991 Somaaliyaa keessatti ka’e hordofuun mootummaan jiddu galeessaa biyyattii eega kufee booda, Ameerikaa dabalatee biyyoonnii dhihaa heddu imbaasii isaanii cufanii turan. Haata’u malee sochii diinagdee waggoota dhihoo asitti Chaayinaa fi biyyoonni baha jiddu galeessaa gaanfa Afrika