11/25/2018

Wiirtuun Da’awaa Bilaal Oromoo Konfiransii isaa kan waggaa geggeessaa jira

Ameerikaa kaabaa kutaa Minesootaatti kan argamu Wiirtuun Da’waa Bilaal Oromoo Konfiransii isaa kan waggaa marsaa 3ffaa guyyaa hardhaa November 24,2018 kan jalqabe tahuu gabaafame. Konfiransii kana irratti Ulamaa’onni biyya keessaa fi biyya alaa akkasumas keessumoonni hedduun afeeramanii kan argaman

11/07/2018

Breaking: Keith Ellison Abbaa Alangaa kutaa Minesootaa tahuun filatame

Keith Ellison bara 2006 Paartii Dimokraatotaa bakka bu’uun Kutaa Minesoota irraa miseensa Kongirasii Ameerikaa tahuun filatamee tajaajilaa ture. Amma ammoo Abbaa Alangaa Kutaa Minisootaa tahuun filatame.Keith Ellison seenaa Ameerikaa keessatti nama Muslimaa miseensa Kongirasii tahuun tajaajile isa j

10/13/2018

Ustaaz Kaamil Shamsuu Affeerraa mootummaa Ameerikaatiin Washington DC seene

Gorsaa Seeraa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa fi miseensa koree haarawa muummicha Ministeeraatiin dhimma hawaasa muslimaa akka qoratu hundeeffamee kan tahe Ustaaz Kaamil Shamsuu, kora mootummaa Ameerikaatiin qophaaye irratti hirmaatuuf har’a Washington DC seene. Kora kana irratti biyyoo

10/11/2018

Hobomboleettiin Rooba Cimaa makate Ameerikaa kutaa Flooriidaa rukute

Hobomboleettiin Rooba Cimaa makate kan Hurricane Mikael jedhamu kun Kaaba Lixa Flooridaa kan rukute yoo tahu, rooba cimaa fi dambalii galaana irraa ka’een magaalotni qarqara galaanaa jiran heddu miidhamanii jiru. Hobomboleettiin Sa’aatii tokkotti Kilomeetra 250 bubbisu kun mukaa fi manneen heddu ka

10/03/2018

Manni murtii UN Ameerikaan qoqqobbii Iiraan irra keette akka kaastu ajaje

Manni murtii ol’aanaan UN, International Court of Justice jedhamu, Ameerikaan qoqqobbiiwwan Iiraan irra keette jidduu, bittaa meeshaalee gargaarsa namoomaa fi kanneen geejjiba xiyyaaraa (Civil Aviation) walqabatan akka kaastu ajaje. ICJ’n murtii Arba’aa har’aa kenneen, “Iiraan meeshaalee gargaarsa

09/28/2018

Feesbuukiin nama miiliyoona 50 butamee akka ture beekame

Dhaabbanni Feesbuuk akka jedhetti akkaawontiin fayyadamtoota isaa miiliyoona 50 tahan qaamota hin beekamneen butamuu, Kiibxata dabre kan hubate tahuu ibse. Kanuma hordofuun Jum’aa hardhaa Feesbuuk fayyadamtoonni miiliyoona 90 tahan password isaanii akka jijjiiran kan godhe tahuu beeksise.Hogganaan s

09/25/2018

Korri Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Niiwuyoorkitti jalqabame

Kora Waligalaa 73ffaa UN kana irratti hoggantoonni addunyaa hirmaataa jiru. Kora har’a jalqabame kana irratti Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp fi Prezdaantii Turkiyaa Rajab Erdogaan dabalatee hoggantoonni heddu haasaya godhaniiru.Donaald Traamp haasaya isaa keessatti, Iiraan baha jiddu gala kee

09/22/2018

Ameerikaan Chaayinaa irra qoqqobbii keette

Mootummaan Ameerikaa ‘Yukreen weeraruufi Filannoo Ameerikaa keessa harka naqachuu’ sababaa jedhuun Raashiyaa irra qoqqobbii kaayee ture.Haa ta’u malee Chaayinaan qoqqobbii Ameerikaan Raashiyaa irra keette kana cabsuudhaan, dhiheenya kana Jeettii waraanaa 10 fi Ittisa misaa’elaa S-400 jedhamu Raashiy